Skip to content
The Believer's Library

Biblica® Open New Oromo Contemporary Version Latin 2022

Psalms 129 ONOCV

Side by side with the Father's Heart Bible™

Faarfannaa ol baʼuu.

Kadhannaa Diinota Xiyooniin Mormuuf Kadhatame

1Israaʼel akkana haa jedhu;“Isaan dargaggummaa kootii jalqabanii akka malee na cunqursaniiru;

2isaan dargaggummaa kootii jalqabanii akka malee na cunqursaniiru;garuu na hin moʼanne.

3Warri qootiisa qotan dugda koo qotan;boʼoo isaaniis ni dheeressan.

4Waaqayyo garuu qajeelaa dha;funyoo jalʼootaa gargar kukkuteera.”

5Warri Xiyoonin jibban hundinuu,qaaniidhaan duubatti haa deebiʼan.

6Isaan akka marga bantii manaa irraakan utuu hin guddatin goguu haa taʼan;

7namichi haamu qabaa isaa guuttachuu,yookaan namichi walitti qabu bissii isaa guuttachuu hin dandaʼu.

8Warri achiin darban, “Eebbi Waaqayyoo isiniif haa taʼu;maqaa Waaqayyootiin isin eebbifna” isaaniin hin jedhin.

Biblica® Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa™, Loqoda Dhiʼaa Mirgi seeraan eegama © 2022 Biblica, Inc. Biblica® Open New Oromo Contemporary Version™, Western Copyright © 2022 by Biblica, Inc. “Biblica” jechuun mallattoo eenyummaa kan Biblica, Inc., Waajjira Eeyyamaa fi Mallattoo Eenyummaa kan Ameerikaa keessaatti galmeessee dha. Eeyyamaan itti fayyadamu. “Biblica” is trademark registered in the United States Patent and Trademark Office by Biblica, Inc. Used with permission.
Biblica® Open New Oromo Contemporary Version Latin 2022 · Creative Commons - Attribution-ShareAlike [CC BY-SA]