Skip to content
The Believer's Library

Biblica® Open New Oromo Contemporary Version Latin 2022

Psalms 131 ONOCV

Side by side with the Father's Heart Bible™

Faarfannaa ol baʼuu. Faarfannaa Daawit.

Waaqa Amanachuu

1Yaa Waaqayyo, garaan koo of hin jaju;iji koos of hin tuulu;ani waan guddaa fi waan humna kootii ol taʼe keessa hin seenu.

2Ani garuu lubbuu koo afaan qabachiiseera; calʼisiiseeras;akkuma daaʼimni harma haadha isaa guusan tokko haadhatti irkatee boqotu sana,akkuma daaʼima harma haadha isaa guusanii lubbuun koo na keessatti calʼiste.

3Yaa Israaʼel, ammaa fi bara baraaf,Waaqayyoon abdadhu.

Biblica® Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa™, Loqoda Dhiʼaa Mirgi seeraan eegama © 2022 Biblica, Inc. Biblica® Open New Oromo Contemporary Version™, Western Copyright © 2022 by Biblica, Inc. “Biblica” jechuun mallattoo eenyummaa kan Biblica, Inc., Waajjira Eeyyamaa fi Mallattoo Eenyummaa kan Ameerikaa keessaatti galmeessee dha. Eeyyamaan itti fayyadamu. “Biblica” is trademark registered in the United States Patent and Trademark Office by Biblica, Inc. Used with permission.
Biblica® Open New Oromo Contemporary Version Latin 2022 · Creative Commons - Attribution-ShareAlike [CC BY-SA]