Skip to content
The Believer's Library

Guji Oromo Bible

Psalms 133 guj

Side by side with the Father's Heart Bible™

Faaruu Daawitii Ta Ittiin Ol Bayanu

1Kolbaan Waaqaatokkumma'aan yennaa woliin leetu,attam attam dansa'a;attam attam nama gammachiisa!

2Tokkummaan tunakka zayitii ejersaa ta gatii guddo'oota mataa irraa areeda irra gad yaatu,areeda Aaronii irra,haga handaara woyaa isaa gad yaatuu ti.

3Tokkummaan tunakka fixeensa gaara Hermoonii,ka gaarota Xiyoonii irratti bu'uu ti;eebbi jiruu bara baraaachi irratti akka dhaggamuMootiin Waan Maraa ajajeera.

The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia
Guji Oromo Bible · Creative Commons - Attribution-ShareAlike [CC BY-SA]