Skip to content
The Believer's Library

Guji Oromo Bible

Psalms 125 guj

Side by side with the Father's Heart Bible™

Faaruu Ittiin Ol Bayanu

1Worri Mootii Waan Maraatitti addatuakka gaara Xiyoonii,ka ijjumaa hin tachoone,ka haga bara baraa jabaatee dhaabbatuu ti.

2Akkuma gaaroti Yerusaalem marsaneeranu,ammaa jalqabee haga bara baraa,Mootiin Waan Maraakolbaa ifii hin marsa.

3Worri hamaanlafa worra balchoole'ee hin bulchanu;yoo bulchane,kolbaan balchaanwaan hantuu hujiisaaf harka diriirfatti.

4Ee Mootii Waan Maraa,worra dansaa te'eef,worra gadhaa ifii keessattiqajeelaa te'eefille dansaa godhi.

5Ammoo, Mootiin Waan Maraaworra waan hantuu huju,worra karaa dabaalessa ifii gula deebi'ewoliin hin gata.Nageenni Israa'eliif te'uu ti.

The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia
Guji Oromo Bible · Creative Commons - Attribution-ShareAlike [CC BY-SA]