Skip to content
The Believer's Library

Biblica® Open New Oromo Contemporary Version Latin 2022

Psalms 134 ONOCV

Side by side with the Father's Heart Bible™

Faarfannaa ol baʼuu.

Faarfannaa Halkanii

1Isin tajaajiltoonni Waaqayyoo,warri halkan mana Waaqayyoo keessa tajaajiltan hundinuu,Waaqayyoon galateeffadhaa.

2Mana qulqullummaa keessatti harka keessan ol qabaatiiWaaqayyoon galateeffadhaa.

3Waaqayyo samii fi lafa uume sunXiyoon irraa isin haa eebbisu.

Biblica® Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa™, Loqoda Dhiʼaa Mirgi seeraan eegama © 2022 Biblica, Inc. Biblica® Open New Oromo Contemporary Version™, Western Copyright © 2022 by Biblica, Inc. “Biblica” jechuun mallattoo eenyummaa kan Biblica, Inc., Waajjira Eeyyamaa fi Mallattoo Eenyummaa kan Ameerikaa keessaatti galmeessee dha. Eeyyamaan itti fayyadamu. “Biblica” is trademark registered in the United States Patent and Trademark Office by Biblica, Inc. Used with permission.
Biblica® Open New Oromo Contemporary Version Latin 2022 · Creative Commons - Attribution-ShareAlike [CC BY-SA]