Skip to content
The Believer's Library

Guji Oromo Bible

Genesis 2 guj

Show guj only
Verse × ×
1 So the heavens and the earth were completed in all their vast array. Maarre ol-gubba'aa fi latti, wonni isaan keessa jiranu martille akka kanaan dadamanee muummeffamane.
2 By the seventh day our Father had completed his work, and he rested on the seventh day from everything he had made. Waaqi hujii huje mara hobbaasee, guyyaa torbeesso'oo foorfate.
3 And our Father blessed the seventh day, making it holy, because on it he rested from all the work of creation he had done. Waaqi waan dade mara hobbaasee, guyyaa torbeesso'ootitti waan foorfateef, guyyaa torbeesso'oo san eebbise; woyyoonselle'e.
4 This is the history of the heavens and the earth when they were created, when our Father made earth and heavens. Kun dabarsii dadama ol-gubba'aa fi lafaa ti. Yennaa Mootiin Waan Maraa Waaqi ol-gubba'aa fi lafa dade,
5 No shrub of the field yet existed on the earth, no plant of the field had yet sprouted, for our Father had not sent rain on the earth, and there was no man to work the ground, inni lafa irratti bokkeya waan roobisiisee hin jirreef, nami lafa hujulle waan hin jirreef, biqiltuun lafa irra hin jirtuuyyu; wonni tokkolle lattee hin jirtu.
6 but springs came up from the earth and watered the whole surface of the ground. Teetuu malee, maddi lafa keessaa ol bayee lafa duudii obaasaa ture.
7 Then our Father formed the man from dust of the ground, breathed into his nostrils the breath of life, and the man became a living person. Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Waaqi biyyee lafa irraa fuudhee, nama tolchee, hafuura jiru'uu funnaan isaatitti baafate; namille dada lubbuu qabaatee jiraatu te'e.
8 Then our Father planted a garden in Eden, in the east, and put there the man he had formed. Mootiin Waan Maraa Waaqi karaa aduun baatu Edenitti oorruu dhaabe; nama dade sanille achi keessa keye.
9 From the ground our Father grew every tree lovely to see and good to eat, with the tree of life in the garden's center and the tree of knowing good and evil. Mootiin Waan Maraa Waaqi muka ilti namaa halchitu ka adda addaa, ka midhaan isaalle nyaatiisaaf dansaa te'e lafa keessaa lachisiise; muki midhaan isaa nyaatanee jiruu namaa kennu, muki dhibiin ka hantu'uu fi dansaa ittiin beekanulle addee oorru'uu san wodhakkaa jiraayyu.
10 A river flowed from Eden to water the garden; from there it divided into four rivers. Addee oorru'uu san obaasiisaaf Eden keessaa maddi burqe; maddi achii bayee, gargar qoodamee laga afur te'e.
11 The first is named Pishon; it flows around all the land of Havilah, where gold is found. Maqaan laga qaraa Phiishon; inni lafa Hawiila'aa duudii lafa worqiin jirtutti marsee yaa'a.
12 The gold of that land is good; aromatic resin and onyx are also there. Worqiin lafa sanii dansa'a; uddowa'aa fi dhakaan gatii guddo'oolle achi jiran.
13 The name of the second river is the Gihon; it winds through the entire land of Cush. Maqaan laga lammeesso'oo Giihon; inni lafa Itoophiya'aa marsee yaa'a.
14 The third river's name is Tigris, flowing east of Assyria. The fourth river is the Euphrates. Maqaan laga sadeesso'oo Xeegros; innille qachaa Asoorii gara baya adu'uutiin yaa'a. Lagi arfeesso'oolle Efraaxiis jedhama.
15 Our Father took the man and set him in the garden of Eden to work it and guard it. Mootiin Waan Maraa Waaqi namicha fuudhee addee oorruu Edenii san akka hujuu fi akka eegu achi keessa keye.
16 And our Father commanded the man, "You are free to eat from any tree in the garden; Mootiin Waan Maraa Waaqi namicha ajajee, «Midhaan muka addee oorruu Edenii kana keessa jiranu mara irraa hin nyaatta;
17 but you must not eat from the tree of knowledge of good and evil, for you will surely die the day you eat from it." midhaan muka nyaatanee hantu'uu fi dansaa ittiin beekanu san irraa ammoo hin nyaatin. Gaafa isa irraa nyaatte ammoo dhuguma hin duuta» jedhe.
18 Then our Father said, "It is not good for the man to be alone. I will make a helper matching him." Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Waaqi, «Namichi qofii ifii te'uun dansa'aa moti; ani waa'ela qarqaartuu isaa, isaaf hin dada» jedhe.
19 From the ground our Father formed every field animal and every sky bird, then brought each to the man to see what he'd name it. Whatever the man named each living creature, that was its name. Mootiin Waan Maraa Waaqi biyyee irraa bineensotaa fi sinbirroota dadee, maan jedhee akka inni waamu ilaaliisaaf gara namichaa fide; wonni namichi dada lubbuu qabeeyyii ittiin waame duudiin maqaa te'eef.
20 The man named all livestock, birds of the sky, and all wild animals, but for Adam no helper matching him was found. Maarre namichi horii maraaf, sinbirroota maraaf, bineensota maraafille maqaa baase; namichaaf ammoo waa'elli qarqaaraan hin dhagganne.
21 So our Father made the man fall into a deep sleep, and while he slept, took one of his ribs and closed the flesh over it. Maarre Mootiin Waan Maraa Waaqi namichatti hirriiba hamaa buusee, adoo inni rafuu, cinaacha isaa keessaa tokkocha fuudhee, addee cinaachaa san fooniin cufe.
22 Then our Father built a woman from the rib he took from the man, and brought her to the man. Mootiin Waan Maraa Waaqi cinaacha namicha keessaa fuudhe san irraa, namittii dadee, gara namichaa fide.
23 The man said, "At last! This is bone of my bones and flesh of my flesh; she will be called 'woman,' for she was taken out of man." Achiin duuba namichi, «Amma reefuu, lafeen isi'ii lafee tiyya irraa, foon isi'ii foon kiyya irraa dhaggame; isiin namicha irraa waan dhagganteef, ‹Namittii› jedhantee waamantuu ti» jedhe.
24 So a man leaves his father and mother, joins his wife, and they become one flesh. Tanaaf nami abba'aa fi haadha ifii hin lakkisa niitii ifii woliin hin tokkooma; isaanille foon tokko hin te'an.
25 The man and his wife were both naked, and they were not ashamed. Namichaa fi niitiin isaa lamaanuu qullaa jiraniiyyu, te'uu malee wol hin fokkifatanuuyyu.
FHB

Scripture from Father’s Heart Bible™. © 2026 Spirit Media Publishing, the imprint of Spirit Media Inc. All rights reserved. In Divine Voice™ Color, the words spoken by our Father show in blue, the words of the Son in red, and the words of the Spirit in purple.

guj

The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia
Guji Oromo Bible · Creative Commons - Attribution-ShareAlike [CC BY-SA]