Skip to content
The Believer's Library

Guji Oromo Bible

1 Chronicles 2 guj

Show guj only
Verse × ×
1 These were the sons of Israel: Reuben, Simeon, Levi, Judah, Issachar, and Zebulun, Ilmaan Yaaqoobii ka «Israa'el» jedhamee, ka asii gad jiranu: Ruuben, Shimi'oon, Lewwii, Yihudaa, Yisaakor, Zebuloon,
2 Dan, Joseph, Benjamin, Naphtali, Gad, and Asher. Daan, Yoseef, Beniyaamin, Niftaalem, Gaadii fi Asheer.
3 Judah's sons: Er, Onan, Shelah—three born to him by Shua's Canaanite daughter. Er, the firstborn, was evil in our Father's eyes, so he killed him. Ilmaan Yihuda'aa: Eer, Onaanii fi Shela'a. Isaan sadiin kana, dubartii biyya Kana'aanii ta, «Baat-Shuwaa» jedhantu irraa uumate; ilmi Yihuda'aa angafichi Eer Mootii Waan Maraa duratti nama hamaa waan te'eef, Mootiin Waan Maraa isa ijjeese.
4 Tamar, Judah's daughter-in-law, bore him Perez and Zerah. Judah had five sons in all. Taamaar haati manaa ta ilma isaa ammoo Faaresii fi Zaaraa isaaf deette; Yihudaan wolumatti ilmaan shan qabaayyu.
5 The sons of Perez: Hezron and Hamul. Ilmaan Faaresii: Hezronii fi Hamul.
6 The sons of Zerah: Zimri, Ethan, Heman, Calcol, and Dara—five of them in all. Ilmaan Zaara'aa: Ziimri, Etaan, Hemaan, Kalkoolii fi Darda'a. Isaan wolumatti nama shan.
7 Carmi's son: Achar, Israel's troubler, who broke faith over the devoted things. Ilmi Karmii: Akaan ka waan ijjumaa balleeffamu'uu male hatee fudhatiisaan, Israa'el irratti rakkinna fide.
8 The son of Ethan: Azariah. Ilmi Etaaniille Azaariya'a.
9 The sons born to Hezron: Jerahmeel, Ram, and Chelubai. Ilmaan Hezron uumate: Yeraami'el, Raamii fi Kaaleb.
10 Ram fathered Amminadab, and Amminadab fathered Nahshon, leader of the people of Judah. Raam Aminaadaab uumate; Aminaadaabille sooressa kolbaa Yihuda'aa Nahasoon uumate.
11 Nahshon fathered Salma, and Salma fathered Boaz, Nahasoon Salmoon uumate: Salmoon Bo'az uumate.
12 Boaz fathered Obed, and Obed fathered Jesse. Bo'az Obed uumate; Obed Isey uumate.
13 Jesse fathered Eliab his firstborn, Abinadab the second, Shimea the third, Isey ilmaan torba uumate; angafichi Eliiyaab, ka lammeesso'oo Abinaadaab, ka sadeesso'oo Shimi'aa,
14 Nethanel the fourth, Raddai the fifth, ka arfeesso'oo Nataani'el, ka shaneesso'oo Raadaayi,
15 Ozem the sixth, and David the seventh. ka jayeesso'oo Ozeem, ka torbeesso'oo Daawiti.
16 Their sisters were Zeruiah and Abigail. Zeruiah's sons: Abishai, Joab, and Asahel—three. Obboleeyyan isaanii ta durraa Zeruya'aa fi Abigaayil. Ilmaan Zeruya'aa sadiin: Abiishaayi, Yo'aabii fi Asaa'el.
17 Abigail bore Amasa, and the father of Amasa was Jether the Ishmaelite. Abigaayil Amaasaa deette; abbaan isaa «Yeter» ka jedhamu nama sanyii Ishimaa'elii ti.
18 Caleb son of Hezron had children by his wife Azubah and by Jerioth; her sons were Jesher, Shobab, and Ardon. Ilmi Hezronii Kaaleb haadha manaa ifii Azuba'aa fi Yerii'ot irraa ilmaan uumate; ilmaan Azubaan isaaf deette: Yesher, Shobaabii fi Ardoon.
19 When Azubah died, Caleb married Ephrath, and she bore him Hur. Azubaan duuteen duuba, Kaaleb Efraat fuudhe; isiin ilma maqaan isaa, «Huur» jedhame isaaf deette.
20 Hur fathered Uri, and Uri fathered Bezalel. Huur, Ur uumate; Ur, Bazaali'el uumate.
21 Afterward Hezron had relations with the daughter of Machir the father of Gilead, marrying her at sixty; she bore him Segub. Achiin duuba Hezron yennaa woggaa jaatama guute, intala Maakiirii abbaa Giil'aadii fuudhee, isiin ilma maqaan isaa, «Seguub» jedhame isaaf deette.
22 Segub fathered Jair, who held twenty-three towns in the land of Gilead. Seguubille Yaa'iir uumate; Yaa'iir lafa Giil'aadii keessaa qachoota diddamii sad qabaayyu.
23 But Geshur and Aram took Havvoth-jair from them, plus Kenath and its villages—sixty towns. All these were sons of Machir, father of Gilead. Geshuurii fi Aaram ammoo Hawoot-Yaa'iir, Qenaatii fi olloota adaala isi'ii woliin qachoota jaatama irraa fudhatane. Isaan kun martinuu ka sanyii Maakiirii abbaa Giil'aadii ti.
24 After Hezron died in Caleb-ephrathah, Abijah, Hezron's wife, bore him Ashhur, the father of Tekoa. Hezron Kaaleb-Efraata'atti du'een duuba, haati manaa isaa Abiiyaan ilma isaa Ashuur abbaa biyya Teqo'aa isaaf deette.
25 The sons of Jerahmeel, Hezron's firstborn: Ram his firstborn, then Bunah, Oren, Ozem, and Ahijah. Ilmi angafichi Hezronii Yeraami'el ilmaan jaa qabaayyu; ilmi isaa angafichi Raam; ka isatti aananu Bunaa, Oreen, Ozeemii fi Ahiiya'a.
26 Jerahmeel had another wife, whose name was Atarah; she was the mother of Onam. Yeraami'el haadha manaa dhibii ta, «Ataaraa» jedhantu qabaayyu; isiin haadha Onaamii ti.
27 The sons of Ram, Jerahmeel's firstborn: Maaz, Jamin, and Eker. Ilmaan Raamii ka ilma angaficha Yeraami'elii: Maa'aaz, Yaamiinii fi Eker.
28 The sons of Onam: Shammai and Jada. The sons of Shammai: Nadab and Abishur. Ilmaan Onaamii: Shaamaayii fi Yaada'a. Ilmaan Shaamaayii: Naadaabii fi Abiishur.
29 Abishur's wife was named Abihail, and she bore him Ahban and Molid. Maqaan haadha manaa Abiishurii Abiihaayil. Isiin Ahibaanii fi Moliid isaaf deette.
30 The sons of Nadab: Seled and Appaim. Seled died without children. Ilmaan Naadaabii: Seleedii fi Aphaayim. Seleed ijoollee adoo hin uumatin du'e.
31 The son of Appaim: Ishi. The son of Ishi: Sheshan. The child of Sheshan: Ahlai. Aphaayim Yishii uumate. Yishiin Sheshaanin uumate. Sheshaan Ahilaayin uumate.
32 The sons of Jada, Shammai's brother: Jether and Jonathan. Jether died without children. Ilmaan Yaadaa obboleessa Shaamaayii: Yeterii fi Yonaataan. Yeter ijoollee adoo hin uumatin du'e.
33 The sons of Jonathan: Peleth and Zaza. These were the descendants of Jerahmeel. Ilmaan Yonaataanii: Pheletii fi Zaaza'a. Isaan kun sanyii Yeraami'elii ti.
34 Now Sheshan had no sons, only daughters. He had an Egyptian servant whose name was Jarha, Sheshaan ijoollee durraa qofa qaba malee, ilmaan hin qabu; garuu nama biyya Gibxi'ii ka maqaan isaa, «Yarhaa» jedhamu garbicha tokko qabaayyu.
35 and Sheshan gave his daughter in marriage to Jarha his servant, and she bore him Attai. Maarre Sheshaan intala ifii garbicha ifii Yarhaa heerumsiise; isiin Ataayin isaaf deette.
36 Attai fathered Nathan, and Nathan fathered Zabad, Aataayi, Naataan uumate. Naataan Zaabaad uumate.
37 Zabad fathered Ephlal, and Ephlal fathered Obed, Zaabaad, Eflaali uumate. Eflaal, Obed uumate.
38 Obed fathered Jehu, and Jehu fathered Azariah, Obed, Yehuu uumate. Yehuun, Azaariyaa uumate.
39 Azariah fathered Helez, and Helez fathered Eleasah, Azaariyaan, Helez uumate. Helez, El'aasaa uumate.
40 Eleasah fathered Sismai, and Sismai fathered Shallum, El'aasaan, Siismaay uumate. Siismaay, Shaalum uumate.
41 Shallum fathered Jekamiah, and Jekamiah fathered Elishama. Shaalum, Yeqaamiyaa uumate. Yeqaamiyaan, Eliishaamaa uumate.
42 Sons of Caleb, Jerahmeel's brother: Mesha his firstborn, father of Ziph; and the sons of Mareshah the father of Hebron. Ilma angaficha Kaalebii, obboleessa Yeraami'elii, maqaan isaa Mesha'a. Meshaan, Ziif uumate. Ziif, Mareshaa uumate. Mareshaan, Kebroon uumate.
43 The sons of Hebron: Korah, Tappuah, Rekem, and Shema. Ilmaan Kebroonii: Qoraahi, Taaphuwaa, Reqemii fi Shema'a.
44 Shema fathered Raham, the father of Jorkeam, and Rekem fathered Shammai. Shemaan, Raaham uumate. Raaham, Yorqe'aam uumate. Reqem, Shaamaay uumate.
45 The son of Shammai was Maon, and Maon was the father of Beth-zur. Shaamaay, Maa'on uumate. Maa'on, Betzuur uumate.
46 Ephah, Caleb's concubine, bore Haran, Moza, and Gazez; and Haran fathered Gazez. Kaaleb gursumeettii, «Efaa» jedhantu takka qabaayyu. Isiin Haaraan, Moza'aa fi Gaazez isaaf deette. Haaraanille ilma, «Gaazez» jedhamu uumate.
47 The sons of Jahdai: Regem, Jotham, Geshan, Pelet, Ephah, and Shaaph. Ilmaan Yaahidaayii: Regem, Yotaam, Geshaan, Phelet, Efa'aa fi Sha'aaf.
48 Maacah, Caleb's concubine, bore Sheber and Tirhanah. Gursumeettiin Kaalebii ta dhibiin ta «Ma'aan» jedhantu: Sheberii fi Tirhaanaa isaaf deette.
49 She bore Shaaph, father of Madmannah, and Sheva, father of Machbenah and Gibea. Caleb's daughter was Achsah. Isiin dhuma irratti ilmaan lama: Abbaa qachaa Madmaanaatii Sha'aaf fi abbaa qachaa Makbenaatii fi Giibe'aa Shewaa isaaf deette. Kaaleb intala, «Aksaa» jedhantulle qabaayyu.
50 These were the descendants of Caleb. The sons of Hur, the firstborn of Ephrathah: Shobal the father of Kiriath-jearim, Isaan kun sanyiin Kaalebii ti. Kaaleb haadha manaa ifii Efraataa irraa ilma isi'ii angaficha Huur uumate. Ilmaan Huurii keessaa Shobaal, Kiriiyat-Ya'ariim uumate.
51 Salma the father of Bethlehem, and Hareph the father of Beth-gader. Salmoon, Betlihem uumate; Haareef, Betgaader uumate.
52 Shobal the father of Kiriath-jearim had other sons: Haroeh, and half of the Menuhoth. Sanyiin Shobaalii abbaa Kiriiyat-Ya'ariimii: Haro'ehiti, gamisa gosa Menuhoototaa ti
53 Kiriath-jearim's clans: Ithrites, Puthites, Shumathites, Mishraites—from them came the Zorathites and Eshtaolites. Gosi Kiriiyat-Ya'ariimii keessa leetu: Yetroota, Phutoota, Shumaatotaa fi Miishirota; Zoraatotaa fi Eshtaaloti gosuma worra kanaa ti.
54 The descendants of Salma: Bethlehem, the Netophathites, Atroth-beth-joab, half of the Manahathites, and the Zorites. Sanyiin Salma'aa: Betlihem, Netofaatota, Atrot-Bet-Yo'aab, gamisa gosa Maanaheetotaa, Zoraatotaa,
55 The scribe clans living at Jabez: Tirathites, Shimeathites, Sucathites—Kenites who came from Hammath, father of the house of Rechab. gosa barreessitootaa worra qachaa Yaabezii keessa le'u: Tiraasitoota, Shime'aatotaa fi Sukaatota; isaan kun Qenoota worra Hemaatii ka gosa Rekaabii ti.
FHB

Scripture from Father’s Heart Bible™. © 2026 Spirit Media Publishing, the imprint of Spirit Media Inc. All rights reserved. In Divine Voice™ Color, the words spoken by our Father show in blue, the words of the Son in red, and the words of the Spirit in purple.

guj

The Word for the World International and Bible Society of Ethiopia
Guji Oromo Bible · Creative Commons - Attribution-ShareAlike [CC BY-SA]